Leenjii Intarprinershiippii Qindoomina Ejensii Kaafamtoota Misooma Oromiyaa Damee Kibbaa fi Bulchiinsa Magaalaa Shaakkisootiin Kaafamtoota Misoomaa Magaalaa Shaakkisootiif Kenname.
Muddee 14/2018

Hoggansi sadarkaan jiru leenjifamtootaaf akka jedhanitti hawaasani keennaa yeroo hunda dursa misoomaaf jechuun humna qabuun bulchiinsa magaalichaa deeggaruun fi mootummaa cinaa dhaabbachuun isaa galata guddaa kan qabuu fi misoomni yeroo ammaa akka magaalichaatti jalqabame saffisaa ariitiidhaan adeemuu irratti gaheen hawaasa keennaa kan jajjabeeffamu ta’us ibsaniiru. Magaalli teennaa yoomiyyuu caalaa misoomtee arguuf deeggarsi gama hundaa hawaasa bira jiru cimmee akka itti fufuus dhaamaniiru.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Scroll to Top