Hojii Keenya Fakkiiwwaniin

Ragaaleen fakkii armaan gadii hojiiwwan Ejensiin keenya hawaasa sababa misoomaan kaafaman deebisee dhaabuuf, carraa hojii uumuu fi bu’uuraalee misoomaa guutuu irratti raawwate agarsiisu. Kun jireenya hawaasa keenyaa jijjiiruuf kutannoo nuti qabnuuf ragaa ijaati.

Projektoota keenya

Galmee Fakkii

default
default
513819243 9940065029437858 8278387927757350082 n
512673390 9940064989437862 3876521904195592484 n
513472420 9940065036104524 6581970605620089047 n
default
481815683 1258707085612069 7673237692887527526 n
default
1a

Baga Nagaan Dhuftan!

Ejensiin Kaafamtoota Misoomaa Oromiyaa (EKMO) tajaajila iftoomina, haqummaa fi amanamummaa qabu hawaasaaf kennuuf hulaan isaa yeroo mara banamaa dha. Gaaffii, odeeffannoo dabalataa ykn tajaajila barbaaddaniif teessoo keenya armaan gadiin nu quunnamuu dandeessu.

Scroll to Top