Nu Quunnamaa
Baga Gara Weebsaayitii Ejensii Kaafamtoota Misoomaa Oromiyaatti Nagaan Dhuftan!
Map
Ergaa keessan nuuf qoodaa!
Ejensiin Kaafamtoota Misoomaa Oromiyaa (EKMO) tajaajila iftoomina, haqummaa fi hirmaachisummaa qabu hawaasaaf kennuuf kutannoo qaba. Gaaffii, odeeffannoo dabalataa, deeggarsa ykn yaada qabdaniif karaalee armaan gadiin nu quunnamuu dandeessu. Nutis deebii ariifataa fi quubsaa isiniif kennuuf qophii dha.
Sanduuqa Ergaa Kallattii
Lakkoofsa Bilbilaa:
+251911532641
Iimeeyilii
ekmo@gmail.com
Teessoo Waajjira Muummee
Finfinnee, Oromiyaa
